Saayintistoonni biyyoo ji'arraa argameen yeroo jalqabaaf biqiloota biqilchuu danda'an Haalli kuni ilmoon namaa ji'arra yeroo dheeraaf turuu akka danda'u kan akeekeefi tarkaanfii murteessaa tahe dha ...