News

Ogeessa yaala fayyaa Hospitaala Yunivarsiitii Jimmaa fakkachuun, dubartii dhukkubsataa yaalchisaa turteen, "deemiitii namicha kanaaf [dhukkubsataaf] juusii biti, dhuguu qabaa" jechuudhaan ajaja ...
Godina Jimmaa Aanaa Oomoo Beeyyamitti xiyyaarri qabeenyi isaa kan dhaabbata Abisiniyaa ta'eefi shaakkalaaf tajaajilu kufee caccabe. Xiyyaarri kun ganama har'aa naannoo sa'aatii sadii ganda Goonaa ...