News

Godina Jimmaa Aanaa Oomoo Beeyyamitti xiyyaarri qabeenyi isaa kan dhaabbata Abisiniyaa ta'eefi shaakkalaaf tajaajilu kufee caccabe. BBC News, Afaan Oromoo Qabiyyeetti darbi ...
Naannoo Ummattoota Kibbaa Aanaa addaa Ammaarroo fi Naannoo Oromiyaa Godina Jimmaa Aanaa Limmuu Kossaatti namoonni nagaa ajjeefamuu Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa BBCtti hime.